07/17/2026
Rasuulli (SAW) ni jedhan:
"Yaa Anas! Nyaata halaalaa argachuun yoo siif danda'ame, taasisi. Dhugumatti namni nyaata haraamaa afaan isaatti ol kaasu, kadhannaan isaa guyyaa afurtamaaf hin qeebalamu."
Sana booda ni jedhan:
"Namni qabeenya isaa eessaa akka argate hin yaadne (halaalaa moo haraamaa), Rabbiinis balbala kamiin ibidda Jahannam isa galchu hin yaadu."