Gamee Gindoo

Gamee Gindoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gamee Gindoo, Adama.

13/02/2026
hacaluu. gindoo
27/01/2026

hacaluu. gindoo

18/01/2026
Obboleessi keenya jaallatamaa faarfataa Dr Dassaleny Duulaa kitaaba hafuuraa mata dureensaa "DHIIRSA MISIRROO FI MISIRRO...
14/01/2026

Obboleessi keenya jaallatamaa faarfataa Dr Dassaleny Duulaa kitaaba hafuuraa mata dureensaa "DHIIRSA MISIRROO FI MISIRROTTII" jedhu qabatee nu dhufaa waan jiruuf haa simannu dhaloota koo jaallatamoo!

Baga waaqayyoo si gargaare Dasse keenya!

Welcome!!!

09/01/2026

Waa'ee Dr Gammachuu waan xiqqoo kana naaf Hubadhaa.
Dr Gammachuun Baay'ee beekumsa qabu garuu beekkumsi isaanii Gara Waaqayyoon beekuutti isaan geessuu hin dandeenye.dhugumatti beekkumsi garaa Waaqayyoon beekuutti nama hin geessine immoo Wallaalummaadha.Seenaa beekuun beekumsaaf ta'a malee jireenyaaf hin ta'u.beekumsi guddaan Waaqayyoon beekuudha.waaqayyoon beekuun immoo tokkicha ilma isaatti amanun argama.kanaan alatti falaasama jechoota beekkamoo fayyadamuun amantaa namaa xiqqeessuu bukkee darbanii arrabsuun Beekaa nama hin taasisu.
✅Beekaa namni jedhamu...
1.Namummaa nama hundumaaf isa qabu.
2.Kabaja amantaa nama hundumaaf isa qabu.
3.Yaada ifoomen amantaa isaa isa lallabatu dha.
Kanaan alatti afaan Ingiliffaa wayii daddarbachaa amantaa namaa xiqqeessuu fi arrabsuun Beekaa nama hin jechisiisu.
Walumaagalatti Dr Gammachuun hayyuu jabaadha, hayyuu hayyummaan isaa dinqiifatamudha.hayyuu dhugaa saba kanaa ija dhibee dubbatu dha.garuu ilaalchi isaan amantaa warra qaban baayyee hamaa dha.waggaa waggaan haasawwaan isaan taasisa jibbinsa kan of keessaa qabu dha.Namummaa waloomatti kan qabnu yoo ta'u amantaan garuu kan dhuunfaatti.egaaa sadarkaa namummaatti Dr ni kabajamuu kanaan alaatti mirga amantaa namaa xiqqeessuu hin qabani.Namni guddaa isa Waaqayyoon kabaju,Mirga namoof namummaa isa qabu dha.
egaa dhaamsi koo...“Akkasitti dubbiin gooftaa humna isaa argisiisee, bal'achaa, guddachaas in adeeme.”
— HoE. 19:20
°Humna agarsiisaa
°Bal'achaa
°Guddachaa
°Adeeme.

🔥Nuyi Garuu kiristoos isa fannifame ni lallabna.
1Qor 1²³

Bagaa gessani!!!!!
06/01/2026

Bagaa gessani!!!!!

Isa “Essaa dhufte” Jedhan. Isheen immoo “Salaale irraan dhufe” jettiin. Deebiseet  “Salaale irraa dhufte” Jedhan. Ishee ...
23/12/2025

Isa “Essaa dhufte” Jedhan. Isheen immoo “Salaale irraan dhufe” jettiin. Deebiseet “Salaale irraa dhufte” Jedhan. Ishee ammoo “eyyeen” jettee deebisteef! Innimmoo “biyyittin biyya xonqaayiti” jedheen! Isheenis “Eyyeen” jetteen. innis irraa deebi'e “biyyaa mataatiiti” jedhan.
Isheenis “Eyyee dhugaadha kanan durayyuu dhugaa baheen ture” jette deebistif! Argitanii kanan dura biyyittiin akka biyya xonqaayii turte isheetu itti hime ture. Anu kanan dura dubbadheen ture jechaanii jirti🤔

Amma as keessatti isheen keessatti dhalatteyuu Eyyee Dhugaadha jettee Biyya arrabs!ti. Ati ammoo Namichi kun seeraan nuf gaafatamuu qaba jetta. Inni qofaan maal balleesseet seeraan gaafatama? Niitiin sun mataan ishee maalif hin gaafatamtu? Seeraa olidha isheen? Inni waan amaaraa ta'eef gaafatama isheen waan Oromoo tateef hin gaafatamtu jechudha?

Ni gaafatamu yoo ta'ee lamaan isaniyyuu garafama°nii gaafatamuu qabu. Wajjumaan maqaa Salaale ba||eessan waan ta'eef isheenis biraa hafuu hin qabdu. Gaafa John Daniel hidhame san intalti wajjiin jirtu ulfoofte baate sun waanuma waliin jirtuuf hidhamte beeki. Jara kanas akkanumatti qabani al-tokko laman ishee ol galchuu qabu jedha. Seerri ishee dhalchee isaa hin guddifanne wan ta'eef laman isaanuu wal qixa gaafatamuu qabu!

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamee Gindoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share