Yeroosan Baacaa

Yeroosan Baacaa Ofta'uun Heera Uumati!

Miidhaa Garbaa, Garbittii Juujuu jechuun miidhaa dhaloonni keenya jaarraa hedduuf wal miidhaa ture karaa Galma Warra Abb...
26/06/2026

Miidhaa Garbaa, Garbittii Juujuu jechuun miidhaa dhaloonni keenya jaarraa hedduuf wal miidhaa ture karaa Galma Warra Abbaa Oromoo furame kutaa 2ffaan gadi-dhiifame jira. Guyyaa Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa rakkoo ta'uu beeknee furmaata arganne. Fayyaa dahaa🥰!

Dookimantarii Miidhaa Maqaa Juujuufi Garbaatin Dhala Namaatirra gah...

26/06/2026

Dookimantarii Miidhaa Maqaa Juujuufi Garbaatin Dhala Namaatirra gah...

Tumtuu, faaqii, fugaa, Waata,  Juujuu, shammaanee, Garbaafi Garbittii fkk jechuun, Oromoo irraa Oromoo  adda baasuun ham...
21/06/2026

Tumtuu, faaqii, fugaa, Waata, Juujuu, shammaanee, Garbaafi Garbittii fkk jechuun, Oromoo irraa Oromoo adda baasuun hammeenya jaarraa hedduuf ture karaa Galma Warra Abbaa Oromootti furamee jira.
Oromoon maqaan addaa itti kennamee, lagatamee akka hin mallee ta'an kunneen Warra jajjaboo, ogeeyyii fi qaroominaati. Dookimantarii Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa tin qophaa'e yaa ilaallu!

Dookimantarii Miidhaa Maqaa Juujuufi Garbaatin Dhala Namaatirra gah...

Fayyaa dahaa, baga milkoofne!
15/06/2026

Fayyaa dahaa, baga milkoofne!

Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Walgahii Mana Maree Walakkeessa Waggaa Bara 2026 Geggeeffate. Waxabajjii 15/2026, Shaggar – Oromiyaa.

Baga Warra Sagantaa qabu taane. dhaloonni gara abbaa isaa fuula deebi'e rakkoolee kamuufuu furmaata itti qaba. baga jaar...
14/06/2026

Baga Warra Sagantaa qabu taane. dhaloonni gara abbaa isaa fuula deebi'e rakkoolee kamuufuu furmaata itti qaba. baga jaarmiyaa guddicha Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa qabaannee yaala akka biyyaatti arganne. ammallee dhaloonni gara galma isaa deebi'uun waan isaatin jiraachuun dirqama isaa ta'uu beekee Ofta'uu jabeessuu qaba! Yoo Ofta'an ijii waa namaa agartee falaa fi furmaata dhalootaf fidu. Sagantaan WAO yaa waaru🥰🥰!

Sagantaan Fayyinaa Giddugala Giddugaleessaatti Geggeeffame Milkiidhan Xummurame. Waxabajjii 14, 2026, Shaggar -Oromiyaa

Address

Gullallee
Addis Ababa
004

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yeroosan Baacaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yeroosan Baacaa:

Shortcuts

Share

Category