Hidda Jaalala Dhugaa

Hidda Jaalala Dhugaa Jaalala dhugaa

Tokkicha si dhungadheen💋 Torbee tokko gammadaaUtuma kan koo taatee Mee maaltu natti bada?
25/05/2026

Tokkicha si dhungadheen💋
Torbee tokko gammadaa
Utuma kan koo taatee
Mee maaltu natti bada?

 ! “Hunda irra jaallatamaa koo,Ammas irra deebi’ee of qabuu dadhabuuf akkan jedhu natti dhagaa’ama. Yeroo baay’ee rakkis...
08/05/2026

!

“Hunda irra jaallatamaa koo,
Ammas irra deebi’ee of qabuu dadhabuuf akkan jedhu natti dhagaa’ama. Yeroo baay’ee rakkisaa akkanaa keessa ni darbina jedhee hin yaadu. Anis kana booda fayyuu hin danda’u. Sagaleewwan dhaga’uu jalqabeera, garuu qalbii koo sassaabbachuu hin dandeenye. Kanaaf hojjechuuf waan hundumaa caalaa gaarii ta’e hojjechuufan jedha. Ati jireenya koof gammachuu isa dhumaa kenniteetta. Akka namni kamuu na wajjin ta’uu hin dandeenyetti na wajjin turte—ati.
Hamma dhukkubni balaafamaan kun na qabateetti namoonni lama akka keenyatti jiraachuu danda’u jedhee hin yaadu. Kana caalaa waldhaansoo qabuu hin danda’u. Jireenya kee jeeqaa akkan jiru nan beeka, anaan ala hojii kee hojjechuu ni dandeessa. Akka dandeessus nan beeka. Ilaa argitaa? Kana illee sirreessee barreessuu danda’aa hin jiru—ani. Dubbisuus hin danda’u. Wanti ani jechuu barbaadu, gammachuu jireenya koof laatte hundaaf sin galateeffadha. Baay’ee naaf obsite, gaarummaa hammana hin jedhamnes natti agarsiisteetta. Isa kana immoo namni hunduu akka beeku dubbachuun barbaada.

Otuu namni na oolchuu ni danda’a ta’ee silaa situ na oolcha ture. Gaarummaa keen ala waan hunduu na dhiisee deemeera. Kana caalaa jiraadhee jireenya kee jeequu hin barbaadu.
Namoonni lama hamma keenya gammadanii jiraachuu ni danda’u jedhee hin yaadu!”
Kan armaan olitti dubbiste kun xalayaa Aadde Virginia Woolf, barreessituu beekamtuun biyya Ingilizii, bara 1941 barreessite ture. Of ajj-eesuu ishee daqiiqaa muraasa dura abbaa manaa ishee baay’ee jaallattuuf barreessitee keesse. Sana booda of ajj-eesuun addunyaa kanattii adda baate.
Addunyaa kana irraa namoonni hedduun jireenya isaaniitti murteessuun umurii isaanii malee of ajj-eesaniiru. Biyya keenyattis mudannoon akkanaa baay’ataa jira. Kanaafuu, qajeeltoowwan muraasa barreessuun barbaade.


Jiruu fi jireenya keessatti namni kamuu waldhaansoo mataa isaa qaba. Bifti isaa adda adda haa ta’u malee namni wa

Sooressa jechuun...Kan dhibba tikfateeGaraacha uffatuRakkoon itti hin mul'atu Beekessa jechuun...Kan jecha illaallateeDu...
26/12/2025

Sooressa jechuun...
Kan dhibba tikfatee
Garaacha uffatu
Rakkoon itti hin mul'atu

Beekessa jechuun...
Kan jecha illaallatee
Dubbii gaarii dubbatu
Namnis isa hin tuffatu

  graph
26/12/2025

graph

Damma koo
05/12/2025

Damma koo

  day the best
04/12/2025

day the best

T  best one
04/12/2025

T best one

Address

East Zone
Addis Ababa
320947

Telephone

+251917256278

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hidda Jaalala Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category