Beka Design

Beka Design Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Beka Design, Addis Ababa.
(1)

BEKA G R A P H I C S offers professional services in Graphic Design, Logo Design, Documentary Production, Photography & Filmmaking___bringing your ideas to life through creative visuals and compelling storytelling.

Welcome  melkamu
30/07/2026

Welcome melkamu

 Koorsaan nama addaati, nama obsaa fi dandeettii addaa qabu, gara-laafummaa fi arjummaan badhaadhedha. Amma immoo Koorsa...
16/07/2026


Koorsaan nama addaati, nama obsaa fi dandeettii addaa qabu, gara-laafummaa fi arjummaan badhaadhedha.
Amma immoo Koorsaan kooraa dhamaatii isaa Angafaa "Qumbii" geessifatee isin eegaa jira.

Guyyaa 3 qofaatu hafe,
Dilbata fuula keenya duraa waaree booda saatii 7:30 irraa kaasee bakkuma jedhametti wal argina.
Irraa hin hafiinaa!

   Dilbata fuula keenya duraa waaree booda saatii 7:300 irraa kaasee bakkuma jedhametti wal argina. Nageenyi nu wajjin h...
15/07/2026




Dilbata fuula keenya duraa waaree booda saatii 7:300 irraa kaasee bakkuma jedhametti wal argina.
Nageenyi nu wajjin haa jiraatu!

  BARSIISI!๐ŸงŽ๐Ÿฟ๐Ÿ™Œ๐Ÿฟ๐Ÿ™๐Ÿฟ  vol.3๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu!๐Ÿ–Š๏ธAmmaaf maal jedhee akkan dubbadhu na wal...
04/07/2026

BARSIISI!๐ŸงŽ๐Ÿฟ๐Ÿ™Œ๐Ÿฟ๐Ÿ™๐Ÿฟ
vol.3๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ


Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu!
๐Ÿ–Š๏ธ
Ammaaf maal jedhee akkan dubbadhu na wallaalchisee jira!๐Ÿฅบ
Waaqayyo kan garaa ko argu ani waan akkasiitu ta'aa abjuu ko keessa hin jiru!

Ani guyyaa akkasiis kan obboloonni sababa tokko malee Onnee qulqulluudhaan ka'anii waliif birmatan, garaa waliif laafan, jaalalaa fi garraamummaan kan wal tumsan, yeroo dhiyootti nan arga jedhee yaadee hin beeku!
Waan keessummaatu na mudate!

Kanumaan wal-qabatee obboloonni kallattii fi al-kallattiin sagantaa kana qopheessuu keessatti tattaaffii guddaa gochaa jirtan hunduma keessan Waaqayyo gooftaan haa eebbisu๐Ÿ™๐Ÿฟ

Guyyaa fi bakki sagantaan kun itti qophaa'u kan murtaa'e yommuu ta'u,
Innis; gaafa Adoolessa 25/ 2018 waldaa ADDIS KAHINAT CHURCH ( MARCIL TV ) BOLE HOMES tti, guyyaa keessaa sa'a 8:30 irraa eegalee gaggeeffama!

Ega hundumti keessan dhuftanii walii wajjin maqaa Waaqayyoo ol ol akka qabnu Waamicha ko kabajaa isiniif dhiyeessa!

โžก๏ธIsa durii caalaa ergaa ko kana waliif dabarsuu hin dagatiinaa!
Naaf ulfaadhaa!
Baay'een isin jaalladha!๐Ÿ™๐Ÿฟ

Welcome Devo
01/07/2026

Welcome Devo

29/06/2026

29/06/2026

Address

Addis Ababa

Telephone

+251912633390

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beka Design posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Beka Design:

Shortcuts

Share