Daniel Amenu page

Daniel Amenu page PAGE HOJIIWWAN HAFUURAAFI GOCHOONNI DINQISIISOO IRRATTI POST TA'U!!!

Tokko FB koo Gara dabarsaa jirti. Hiriyyoonni koo of eeggadhaa!!!Pls!!!
15/07/2023

Tokko FB koo Gara dabarsaa jirti. Hiriyyoonni koo of eeggadhaa!!!
Pls!!!

29/06/2023
Safuun kan Waaqayyooti!!
26/06/2023

Safuun kan Waaqayyooti!!

Nama
====SEENAA AJAAYIBAA KANA DUBBISAA===👇👇👇
Maanguddoo hiyyeessa tokkotu guyyaa tokko Baaburaan deema ture. Innis utuu baaburaan deemaa jiruu ol ka'ee dhaabatee Namoota waliin deemu(imaltootaan) "YESUUS NI DHUFA "Jedhe guddisee dubbate...yeroo kana namoota achii keessaa dubartiin tokko Aarii guddaadhaan " GADI TAAHI WAAYEE YESUUS HIN BEEKTUU YESUUS ATI JETTU HIN JIRUYYUUTI"ittiin jette. Innis nahee gadi taahee, ammas waayee dhufaatii yesuus dubbachuu itti fufe..utuu dubbachaa jiruu sagaleen waaqarraa itti dubbatamee "YESUUS DEEBIYEE DHUFA KOTTAA GARA ISAATTI DEEBINEE CUBBUU KEENYA HIMANNEE ISATTI AMANNAA "jedhii ammayyuu dubbadhu ittiin jedhe.yeroo kanatti dubartiin jalqaba nama kanatti dheekkamte kun ammas ol kaatee hiyyeessa kana qabde aariidhaan rukkutte..yeroo kana mucayyoon dubartii kanaa ol kaatee " maanguddoo hiyyeessa kana dhiisi hin rukkutiin isa waaqatuu ergee"jette. Yeroo kana dubartiin kun kaatee miila mucaasheetti kuftee boo'uutti kaate..Yeroo kana Maanguddoon sun nahee "maaliif boossa? "ittiin jedhe dubartii isa rukkutaa turte sanaan..Yeroo kana dubartiin sun akkas jettee maanguddoo kanaaf deebiste "Mucaan koo Duudaa(hin dubbattu) turte Amma Garuu dubbachuu eegalte"jeettee sagalee gammachuun deebisteef... !!
ajaayibaadha..egaa Ya obbolaan koo waan seenaa kanarraa hubannu Haalli baayyee gaarii tahus, tahuu baatus dubbii waaqayyoo dubbachuurraa duubatti deebiyuu hin qabnu.
haala kam keessattu ni waaqeffama..kottaa dubbii dhugaa kana dhalootatti haa dubbannuu inni !!
barreeffama kana Facebook shanitti(5) taasisi second 30 fudhuutii.. barreeffama kan biraayyuu share gochaa oollaa kun dubbii waaqaati..
taasifteen ati hin yaadne jireenyakee haa argatu.
Gaariidha..Atis jedhii godhi

Obbolaawwan mareedhamoo? dirqama wayiitu gad bu'en jedheem Ani?Sanas ta'u, kana baga gargaaramtan!!!!
20/06/2023

Obbolaawwan mareedhamoo? dirqama wayiitu gad bu'en jedheem Ani?

Sanas ta'u, kana baga gargaaramtan!!!!

Obbolotaa ,muuziqesitotaa ji'a tokko kessatti gaa'ela dhaabbatan heddun namatti toluu dhugaaa🥰🤭

Sura Yemane

24/05/2023
18/02/2023

Address

Finfine Oromia
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daniel Amenu page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Daniel Amenu page:

Share