Caaltu

Caaltu Dhugaa jaalladhu 💯🆗Salphaa ture gadi laaluun
Namaa wajjiin of madaaluun. Gati dhaba tahuu fedhuun

16/01/2026
31/05/2025

Akkana laal

Hin gaabbu 😍😍
12/12/2024

Hin gaabbu 😍😍

11/12/2024

Gibiraa moo ????

Si dadhabnee yaa jiru
Kan qonne dinaaf hiruu
Diini nama irraa hin galee
Sareen akka kee hin jiru

Woyyanee jechuun bolla
Itti Guuranii hin gahuu
Fayyida ofii malee maalif
Hiyyeessa hin #??

Milli keenya lafatee
Goddaa bahuf rakkanne
Qabeenya keena rabbiif
Dinaa ofirraa dadhabnee !!!!!
Itti yaadi yaa lammii
Bilisumaa maf dhabnee??
Halkani Guyyaa yaada
Namni mirga ofii hin qabnee

Nutti kutaanii wol qonaa
Diini tooftaa baafata
Hiyyeessa dafqaan buluu
Kuma dhibba (100000) gafata ?
Yaa rabbii nuuf birmadhuu
Summaa abbaan rahmata (amiiiin)

Biyyumaa keenya irratti
Mirga uumamaa dhabne
Baddi tokkoon alatti
Mana hidhati guramnee
Nuu gotee yaa garbumma
Sarbituu mirga uumamaa !!!!!
Keenya kuni maal lataa ??
Mee eenyutu anaf hima

Bilisumaa esartaa ??
Barbaacha keti ani joraa
Sabnii garbumma hin qabnee
Samuu bilisaan olla
Hiyyomelee hin yadahuu
Biyyaa ofittiin bonaa 100%

Keenya dhiraf shamarraan
Biyyaa dhise baqata
Meqaa biratti dhumee
Seenan isaan yaadata ??
Diini biyya isaa ta’e nurraa
Samaa qaraxaa?????

Hin kafalu
Kan duraa eessa jira
Oromoo kessa saame
Maqaleen fidee hiraa !!!
Toftaa ittiin nuu saamtu
Sabni sitti argee jira
Akka dinaa hin garbomne
Woliif dhamaa yaa firaa

Gotaa fakkaata deemta
Yeroo dachiin nagaya
Guyyaa xiqii fi rakkoo
Gurii kee waa dhagaha
Nuu gettannii
Amma dacheerra ka,a
Dugdaa keenya teesse
Situ nuu ta’e baa,a
Isin karaa gadii dhiifnaan
Kayyoon galmaa nuuf

Ofiiyuu mirga hin qabdu
Mirga keenya maal eegda

31/10/2024

Jawar Mohammed 2018

16/09/2024

شاهد اليوم السعيد

14/09/2024

Fakkeenya Abiy Ahmed Ali fudhadhaa

14/09/2024

Energy Abiy Ahmed Ali saboonummaa miti energy isaa amantiidha amantii tam naanin je iin malee ni beeka abbaanuu warri saboonummaa malee jettan

12/09/2024

Joolleen hoggaa ol dadarban ufimaaf ol utaalti itti gakaati ~kaleessa Kan itti dhiige haaji Aadam saaddooti beeki

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caaltu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category