Muaz Abdii

Muaz Abdii 50k 🏃‍♂️

17/04/2026

Adinaan Musxafaa tanafiin bar oroomoon ofiif wal gidisu hin beytu ormas firas qequ male ta oromoo tenya tuni abarasa nati fakata

17/04/2026
teddey ni base male kan dhagefatef irra bayen oroomo dha kkkkk
17/04/2026

teddey ni base male kan dhagefatef irra bayen oroomo dha kkkkk

jedhiga erga basun kan ke hin ole afaan inii bekunifi degartoonniii isa bekun itti cabsi
17/04/2026

jedhiga erga basun kan ke hin ole afaan inii bekunifi degartoonniii isa bekun itti cabsi

ani akka yadati osso isaf akka debisati music basu batani yo bastanis basa garu ininis wan iti amaneratii base isinis wa...
17/04/2026

ani akka yadati osso isaf akka debisati music basu batani yo bastanis basa garu ininis wan iti amaneratii base isinis wan saba kenyaf tahu basa kanuma isarati dulun bu'aa ni qaba jadhe yadu ani gaeu gurbichi smarti dha isa caalun ni cimaa sababninis osoo arts galanaanvtahe kan music akati biya rasu gadii lakise teddy akaa nama hin arginiti bira kuta male debisa ni kanaf ja'e hin yadu so namni ka itii wql calu bika kanati???

14/04/2026

Imala milkii kan kaatef sinhanqisin ilaahin!
Aamiiiin ja'aa qaqqaaliwan kiya
🤲🤲🤲

14/04/2026

Balaa Konkolaata irraa najaa nuhaabaasu ilaah😭😭in!

Dgud nawhimmi Namicha kanaa police feedraalan osoo ilaalamee gaaridha!🙏
14/04/2026

Dgud naw
himmi Namicha kanaa police feedraalan osoo ilaalamee gaaridha!🙏

14/04/2026

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️salalahu alehii wasalam

13/04/2026

Black Day beroda

10/04/2026

guyaa Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muaz Abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category