Kullee Harar

Kullee Harar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kullee Harar, Photographer, Harargee, Addis Ababa.

Alhamdulilah everything i love you all Muslim ☪️ in the BMW world 🌎 💙 ❤️ ♥️ 💕 💖 🌎 💙 ❤️ ♥️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️ ☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪

Haadha manaa fi abbaa manaatu dabareedhaan   dhiqatu turan. Guyyaa tokko haati manaa dursitee dhiqattee abbaan warraa is...
17/05/2026

Haadha manaa fi abbaa manaatu dabareedhaan dhiqatu turan. Guyyaa tokko haati manaa dursitee dhiqattee abbaan warraa ishee dabaree isaa dhiqachuuf seene. Gidduudhaan ulaan rukutamnaan haati manaa dalga marxifattee ulaa banuuf deemte. Yeroo isheen bantu miiltoo hojii abbaa warraa isheeti. "Abbaa manaa kee barbaadeen ture" jedheen.
"Qaama dhiqachaa jira" yeroo isheen jettuun, akka nama ofirra deebi'ee deemuuf jedhuu achi deemee of duuba gara galee, "Harma kee natti agarsiisi qarshii 100n sif kennaa" jedhee gaafate. Isheenis xiqqoo akka yaaduu taatee, "Ilaaluu qofaa?" Jetteen. "Eeyyeen" jedhee deebisaaf. Adda bantee itti agarsiiste. Qarshii 100 kenneefii ammas akka nama gara dhufetti adeemuuf yaadee fuula naanneffatee of duuba deebi'ee, "Yoo harma kee na tuqsiiste qarshii 200 siifan kenna" jedheen. Isheenis qarshii 200tti garaa jabaachuu waan dadhabdeef xiqqoo yaaddee, "Tuquu qofaa?" Jetteen. "eeyyeen tuquu qofa" jennaan, ammas huccuu irraa saaqxee xuqsiiste. Xiqqoo susukkuumee qarshii 200 kenneefii ulaa banatee gara dhufetti deebi'e. Isheenis "ergaan kee maal ture?" Jennaan, "Hiriyaan kee dhufee ture qofa jedhii itti himi" jedhee deeme. Abbaan manaa ishees dhiqatee yeroo ba'u, "eenyu ture kan ulaa rukute?" Jennaan, "Hiriyaa bakka hojii keetiiti. " jetteen. Abbaan manaas xiqqoo seeqqatee "meerreree amma?" Jedhee gaafate. " Qaama dhiqachaa jira jennaan deebi'ee deeme" jetteen. Abbaan manaas nyaara walitti guduunfee," Qarshii 300 sitti kenneeraa?" Jedhee gaafate. Haati manaas baay'ee rifattee "Eeyyeen akkamitti barte garuu?" Jettee gaafatte.

"Lakki... Waajjira yeroo jirru Dhimma ariifachiisaafan barbaade jedhee narraa liqeeffatee ture " jedheen.
maxxansa mimmiidhagoo harar follow taasisaa🙏🙏🙏

20/03/2026
Eid Mubarak for all Muslim ☪️
20/03/2026

Eid Mubarak for all Muslim ☪️

FilannooKaardii fudhadhaa ABO filadhaa. ABO'n bilisummaadha.Wal-qixxummaadha.Dimokiraasiidha.Galmeen filattootaa Gurraan...
16/03/2026

Filannoo
Kaardii fudhadhaa
ABO filadhaa. ABO'n bilisummaadha.Wal-qixxummaadha.Dimokiraasiidha.
Galmeen filattootaa Gurraandhala 28-Bitootessaa 28/2018 tura.Kaardii fudhachuun mirga ofii ofiin murteeffachuudha.

Ammiin Ammiin Ammiin Ammiin
11/03/2026

Ammiin Ammiin Ammiin Ammiin

  🥲 Obbaleessi keenya   dhihootti gara amantaa   dhufuun nama baayye gara amantaa isalaama afeeruun beekkama.  warra isa...
04/03/2026

🥲
Obbaleessi keenya dhihootti gara amantaa dhufuun nama baayye gara amantaa isalaama afeeruun beekkama.

warra isaa Abdii Reggaasa tti Oowwa naquun miidhaa cimaa irraaan geesistee jirti.🥲

Rabbiin haa fayyisu wlhi. 🤲🥲

Kullee Harar follow to Follow
04/03/2026

Kullee Harar follow to Follow

Address

Harargee
Addis Ababa
KULLEEHARAR

Telephone

+251970728265

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kullee Harar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category