Fu'aad Gibee Tube

Fu'aad Gibee Tube Jaalalan siif qabuu yaa oromo koo

As wr wb jarii achii wool anyatuu an asii nyaachaa “Warra wal nyaatu keessaan, waa nyaatu” jedhan sun dhugaa dha. Otoo w...
18/11/2025

As wr wb jarii achii wool anyatuu an asii nyaachaa “Warra wal nyaatu keessaan, waa nyaatu” jedhan sun dhugaa dha.

Otoo walii galanii lachuu ni qooddatu ture. Dhumarratti lachuu ni kasaaran.

Kanaaf ilaa fi lamaamen ajandaa keenya ta’uu qaba malee walitti duchiisuunii fi dutuun kasaaradha.
Hailu Gonfa

10/09/2023

📚📚✍Gaafa tokko Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhanii sahaaboota isaanii gaafatan, Mee eenyutuu beeka nama salaata ofii of jalaa hatu?

📚📚✍ Yeroo kana Sahaaboonnis yaa Ergamaa Rabbii ﷺ Namni akkamitti salaata ofii of jalaa hata jedhanii gaafatan?

📚📚✍Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhanii deebisaniif, Nama salaata of jalaa hate jechuun nama 'aa fi keessati duugda isaa sirnaan hin diriirsine jedhan.

📚📚✍Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan Namni salaata keessa asii fi achi ija isaa oliif gadi oofu sheyxaanatu asii fi achi isa buta jedhan.

📚📚✍Wantoota salaata keessati jibbamaa ta'an keessaa,
~Salaata keessa ija ofii gara samiiti fi bitaa fi Mirga oofuun jibbamaadha.

📚📚✍Salaata keessa harkaan mudhii qabatanii dhaabbachu.

📚📚✍Salaata keessa asii fi achi ilaaluu.

📚📚✍Salaata keessa of hooquu, asii fi achi jechuu, huccuu ol harkisuu fi gadi harkisuun jibbamaadha.

📚📚✍Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan, Namni hedduun umrii isaa guutuu salaata irratti dabarsa garuu raka'aan takkas irraa hin qeebalamtu jedhan, Sahaaboonnis akkamitti jedhanii gaafatan?

📚📚✍ Ergamaa Rabbii ﷺ akkana jedhan, Nama salaataaf fuula Rabbii dhaabbate niyyaa isaa keessatti waan biraa yaadu jedhan.😢

📚📚✍Yaa Rabbii nuuf laafisi salaata kushuu'aan salaatuu.
Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin Allhummaa Amiiiiiiiiin yaa rabbii ☘☘☘☘
🌺🌺

31/08/2023

TikTok

30/08/2023

Advantage lookalike (previously known as lookalike expansion) allows our system to reach a broader set of people than those you defined in your lookalike audience.

Daqiiqaa 1 qofa fayyadamii Nabiyyii kee ﷺ irratti salawaata buusi!❤
29/08/2023

Daqiiqaa 1 qofa fayyadamii Nabiyyii kee ﷺ irratti salawaata buusi!❤

💚🌿AS,,,,,,,,,💜                  WR,,,,,,,💜                         WB,,,,,💜♥️♥️Jalaale naabbi 💚🌿Muhammad 💚🌿صََلَِّﷺوََسَ...
22/08/2023

💚🌿AS,,,,,,,,,💜
WR,,,,,,,💜
WB,,,,,💜
♥️♥️Jalaale naabbi 💚🌿Muhammad 💚🌿صََلَِّﷺوََسََـــلَِّـم🌿♥️ صََلَِّﷺوََسََـــلَِّـم 🌿♥️صََلَِّﷺوََسََـــلَِّـم
Naagafi rahaamani raabbikoti nuraa haajiratu

Address

Addis Alem

Telephone

+967737036038

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fu'aad Gibee Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category