01/05/2020
DARDARAA FII SHAMARRAN QOFAAF
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Yaa Rabbii Dargaggoota keenya Yeroo isaan gama Fuudhaa Gara galanitti; Qabeenya Hanganan Ja'amnee fii Haadha manaa Tan Amantii tee qabdu, Tan Akhlaaqa islaamaa qabdu, tan bareedina Qabdu, tan Maatii Amantii qabu rraa Dhalatte, tan Hayaa fii kabajaa Qabdu, tan Isaan kabajju, tan Akka lubbuu tti isaan jaalattu, tan isaaniif Ajajamtu, tan ilmaan isii amantii rratti Guddiftu isaan badhaasi
Yaa Rabbii Shamarran keenyas Abbaa manaa Gaarii, kan Amantii Qabu, kan Aklaaqa qabu, kan Jaalala beeku, kan Isaan kabaju, kan isaaniif Hubatu, kan koflee taphatu, kan Isii malee tan biroo hin laalle Isaan badhaasi !!
Yaa Rabbii ! Nama Aaaamiiiin je'e Cufaafuu Qeebali !!
Amiiin ..... Amiiiin .... Amiiin ...