Gada Picture

Gada Picture Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gada Picture, Photography Videography, Hararage , Dadar, Qobo, Dire Dawa.

08/06/2024

isin yaamti Qobboon koottaa? Artist Umaree Ali. Yeroo Dhihotti Nu Eeggadhaa..
በቅርብ ቀን...
Coming Soon....
Guutuu isaa yeroo Dhihotti gama chaanaalii youtube kanaatiin argachuu ni dandeeysan!
https://www.youtube.com/
Dhiyaadhaa!Like

Sirna Salaata Iid Al Faxir Waggaa 1445ffaan Aanaa Dadar  Magaalaa Qobboo
10/04/2024

Sirna Salaata Iid Al Faxir Waggaa 1445ffaan Aanaa Dadar Magaalaa Qobboo

15/03/2024

Hundeeffama Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Waggaa 19ffaa Damee Qobboo
14/03/2024

Hundeeffama Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Waggaa 19ffaa Damee Qobboo

Baga ramadana waggaa 1445 itin isinin gahe  Baankii Raamiis Damee Qobboo.
12/03/2024

Baga ramadana waggaa 1445 itin isinin gahe Baankii Raamiis Damee Qobboo.

Hojjettoota Baankii Daldala Itiyoophiyaa Damee-Laga Gabaa (Qobboo)
12/03/2024

Hojjettoota Baankii Daldala Itiyoophiyaa Damee-Laga Gabaa (Qobboo)

Ibsa International Taekwon-Do sport club Dargaggoota waggaa 6ffaaf leenjisaa ture guyyaa 24/06/2016 tti ganama keessaa s...
26/02/2024

Ibsa International Taekwon-Do sport club Dargaggoota waggaa 6ffaaf leenjisaa ture guyyaa 24/06/2016 tti ganama keessaa sa'aatii 2:30 irraa jalqabee haala adda fi ajaaibsiisaa taheen ni eebbisa. Eebba kana irratti sagantaa bashannansiisoo fi barsiisoo adda addaa waan jiruuf akka dhuftanii bashannanaa irraa barattan kabajaan isin afeerra.
Afeerraa ulfinaa hafuun salphina.

Sabom Mahdi Sadiq baga milkofte bro, hedduu siif gammadera👍❤️🥰🥰
07/01/2024

Sabom Mahdi Sadiq baga milkofte bro, hedduu siif gammadera👍❤️🥰🥰

31/12/2023

Sagantaa gaafi fi deebii kaantiibaa magaalaa qobboo waliin goone guutuu isii link koomentii jala argattuu seenaa daawadhaan

📸 Gada Picture

Af-Gaafii Guutuun video kabajaamoon kantibaa kenyaa obboo khalid lisaa godhe gadhiifame jira Ejjennoo show seenaa ilaala...
29/12/2023

Af-Gaafii Guutuun video kabajaamoon kantibaa kenyaa obboo khalid lisaa godhe gadhiifame jira Ejjennoo show seenaa ilaalaa

Address

Hararage , Dadar, Qobo
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada Picture posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share