Ke me

Ke me Qabeenya kee situ Eega. Beekumsi kankee Ammoo
Si Eega, jedhe hayyuun tokko..!😊

Mucaan kun galgala Arraa😭 Ramadaana halkan 7ffaa sa'aatii muraasa dura erga masjiida deemee salaata Taraawihaa salaate M...
24/02/2026

Mucaan kun galgala Arraa😭 Ramadaana halkan 7ffaa sa'aatii muraasa dura erga masjiida deemee salaata Taraawihaa salaate Masjiida keessaa bahee booda Tan Rabbiin murteesse waan hin Oolleef Akka ilmi namaa itti yaadee karoorsu osoo hin taane du'aan addunyaa kanarraa deeme.
Innaalillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun 😭

Subhaanallah wallaahi hedduu takka nama gaddisiisa Silaahis Gaafa Hammi jireenya isaa dhume Oolchuun waan hin danda'amneef Silaa fedhiin isaa fii filannaan isaa Du'a hin turre Akkuma keenyaa kanatti ji'a eebbifamaa Ramadaanaa kan Fayyaaf gammachuun Soomanee danrsuudha garuu murteen rabbii Arra hin Dabartu Asumattu dhaabbatta kattee isa qabde Rabbi Rahmata haa godhuuf Du'aa'ii godhaaf Rahmata Rabbii kadhadhaaf

Nutilleen Hamma Jiraannu Hin beeknu Rabbii Tokkichaatu beeka Kaatimaa Nuhaa Tolchu Qadara Akka malee Du'a Dingataa Rabbi nurraa haa qabu

Buufatni konkolaataa tajaajila si'ataafi amanamaa ta'e akka ummanni argatu taasisa.Jimmaa, Gurandhala 12/2018 (WKMJ)Buuf...
20/02/2026

Buufatni konkolaataa tajaajila si'ataafi amanamaa ta'e akka ummanni argatu taasisa.

Jimmaa, Gurandhala 12/2018 (WKMJ)
Buufatni konkolaataa Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa tajaajila kennuu har'a jalqabe.

Ittigaafatamaan Ejensii Geejjibaa Magaalaa Jimmaa Obbo Bahruu Jihaad,
Buufatni konkolaataa Magaalaa Jimmaa rakkoo geejjibaa furuu keessatti gahee guddaa qaba jedhan. Buufatni konkolaataa qindaawaan waan hin jirreef tajaajila saffisaa kennuuf rakkataa turuu himanii, buufatichi tajaajilaaf banaa ta'uun hawaasni rakkoo adda addaaf osoo hin saaxilamin tajaajila geejjibaa akka argatu kan godhu ta'uu ibsaniiru.

Tajaajila si'ataafi amanamaa akka argatu taasisuun fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf buufatni konkolaataa murteessaa ta'uu eeraniiru. Kanaan booda konkolaachistoonni ummataa hunduu buufata konkolaataatiin alatti fe'uu akka hin qabne dhaamaniiru.

Imaltoonniifi konkolaachistoonni buufatichi tajaajila jalqabuusaatii gammaduu himaniiru.

Qaamni Dhimmi ilaallatu Yoo Jiraate Network Daamuu Quufii Keessaa Sana Fala Itti Godhaa.Neetorkiin Kun Yeroo Jalqabaa Ba...
20/01/2026

Qaamni Dhimmi ilaallatu Yoo Jiraate Network Daamuu Quufii Keessaa Sana Fala Itti Godhaa.
Neetorkiin Kun Yeroo Jalqabaa Baay'ee Gaarii fi Humna Saffisaa Ajaa'ibaa Qaba Ture. Aanaa Keenya irra Darbees Aanota Hedduus Fayyadaa Ture.

Garuu Booda Keessa Woggoota Hedduudhaaf
Erga Humni isaa Dadhabee Bubbuleera.
Akka Duraanii Nurra Darbee Naannoo Biraa Fayyaduu Dhiisii Mana Barumsaa Isa Jala Jiru Sana Fayyadaa Hin Jiru.

Maaliif Callisanii Waan Jarri Akkasitti ilaalanuuf Naaf Hin Galu. Gabaabumatti Wonti Ani Jechuu Barbaadu Ykn Nuuf Sirreessaa Waan Erraa Hiiktan Sana Itti Deebisaatii Ykn immoo Diigaa Dallaa Mana Barumsichaatiin ijaarsisaa Lama Dhabuu isaarra.

Maal Faaydaan isaa Yoo Maatii Keenyaan Wol Nun Qunnamsiifne😕

Sheer Godhi Atimmoo Maal ija Babaaftaa mitiiti.😳

Nangubadheem Jarana🤥

Followers and Viewers

Address

Gesecha
Harar
HJJHH

Telephone

+251938789721

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ke me posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category