Nesredin Ahmed

Nesredin Ahmed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nesredin Ahmed, Photographer, Harar.

03/03/2025

ገበየሁ ቢሞት ተተካ ባልቻ መድፍ አገላባጭ ብቻ ለብቻ ።

Kana booda Aduun Ukraine dhiitee jirti, Filannoon haaraa geggeeffamee Caasaan Mootummaa haaraan Yoo hin jiraanne America...
01/03/2025

Kana booda Aduun Ukraine dhiitee jirti, Filannoon haaraa geggeeffamee Caasaan Mootummaa haaraan Yoo hin jiraanne American Mootummaa Comedy wajjiin hasa'uufi teennee mari'aachuf kana booda carraan takkalleen Hin jirtu Tramp. Gargaarsa Ameerikaatin alatti Ukraine Raashiyaadhan ji'aa takka loluu Hin dandeessu.akkuma guyyaa tokko Ukraine Kan Raashiyaa ni taate Tramp jedhe San ta'uuf jirti Yoo wan Tramp jedhe didde.Awrooppaan wan takka kophaa ishee Ukraine godhuufii Hin dandeettu,gargaarsa Ameerikaatin alatti. Namichi Siyaasa Hin beeku.

Fkn Mootiin Biyya Jordan Abduolah ll dhimmaa Gaazaaf Mana Adii dhaqee ture garuu Tapha siyaasa Dipploomaasi odoo caacata Hin bayyisiin gala gaaffii Gaazexeessiitota irraa ka'uus gabaabumatti deebisaani achii deemanii hojii Mana isaani Hoggantoota Biyyoota Arabaa wajjiin mari'aachuun dhibbaa gochuun kaayoo Tramp fashaleessuudha. Ittisa milka'aa jiru.

Siyaasan simmetin odoo Hin taane Sileetidhan ofaama.

Sabaaf yaadeetimo ofii isaaf yaadeeti kan innii murtoo dabaa kana murteesse ?? Uggurrii kooriya kaabaa Jallaattoota ispo...
28/02/2025

Sabaaf yaadeetimo ofii isaaf yaadeeti kan innii murtoo dabaa kana murteesse ?? Uggurrii kooriya kaabaa Jallaattoota ispoortii dubbaachiisa jira. Mufii ummatichaa akkaa kanaa gadiitti qindeesine. Kunooti👇👇👇SSAO FOLLOW GOCHUU HIN DAGATIINA🙏🙏

Hogganaan olaanaa Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong-un dhiheenya kana imaammata tapha Tootinaam Hootspar biyya isaa keessatti akka hin tamsasamne (hin agarsiifamne) dhorku baasuun isaa gabaafamee ture.

Uggurri kun kan ka'e Kooriyaa Kibbaa irraatti Son Heung-Min argamuu isaati. Taphaa Ispeers malees Wolverhampton (Hwang Hee-chan) fi Brentford (Kim Ji-soo) tamsaasni isaani akka hin dabarre dhorkamaniiru.

Kooriyaa Kaabaa keessatti taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz yeroo baayyee ji'a 4 booda qofa kan tamsa'u yoo ta'u, taphoota ji'a Hagayyaa keessa taphataman baatii Guraandhalaa keessaa tamsa'a jechuudha. Akkasumas yeroon tamsasaa taphaas gara daqiiqaa 60tti gadi hir'atee jira.

Waa'ee mootummaa Kooriyaa kana mal jennaa yaa sabaa polotiikan ispoortii irraa bilisa ta'uu qaba. Mee murtoo kooriyaan kaaba keessee kana akkamittii ilaaltan ??? SSAO FOLOW TAASISA🙏🙏

Maddii (MirrorFootball)

28/02/2025
don’t forget what you’ve been through and what you’re in for
03/02/2023

don’t forget what you’ve been through and what you’re in for

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nesredin Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nesredin Ahmed:

Share

Category