23/01/2026
Biyya Abbaan Qabeenyaa meeqa keessa jiru keessatti, Biyya Hayilee Garba Sillaasee hoteela abbaa Urjii baay'ee keessatti ijaaree uummata sana yaadatee hin beekne keessatti, Magaalaa Mangiftiin Koriidarii keessatti ijaaree Smart City moggaasee isa kana hin yaadanne keessatti Joon Daani'eel kophaa isaa Pirojektii bishaan dhugaatii namoota 10,000 ol fayyadamaa taasisu hojjate. Kana namummaan!