Baabuu oroo liij

Baabuu oroo liij Johaannisbarg

12/01/2024

jumma.a Ergmaa keenya Aalamaa lrratiiﷺ Salawata busaa《SAW 》🌹♥️

Liverpool knock Arsenal 𝐎𝐔𝐓 of FA Cup! 🏆
07/01/2024

Liverpool knock Arsenal 𝐎𝐔𝐓 of FA Cup! 🏆

31/12/2023
  🔥🔥FT : FULHAM (2) v (1) ARSENAL✅️The Gunners qabxii 3 fuudhee gala kan jedhe qabxii malee gara qe'ee gale✅️Liverpool S...
31/12/2023

🔥🔥
FT : FULHAM (2) v (1) ARSENAL
✅️The Gunners qabxii 3 fuudhee gala kan jedhe qabxii malee gara qe'ee gale
✅️Liverpool Sadarkaa irraa buusa jedhee torbaan guutuu hirriiba dhabe osoo hin milkaahin abjuu qofa tahe.
✅️Akka Liverpool tti Fulham irraa qabxii fudhadaaf kan dhufe Arsenal qabxiin hafee edaa goolii tiin gale.
✅️Liverpool qabxii 42 qabatee ammas liigicha dursaa jira.
✅️Tapha Newcastle United wajjiin bor galgala qabnu fedha rabbiitiin yoo moohate Liverpool dursummaa isaa kan cululuqsu taha.
✅️Yoomiyyuu liivee kootiif Carraa gaarii hawwa.

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baabuu oroo liij posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category