28/03/2026
Namni kun sababa walaloo Afaan Oromoon barreessuuf qofa boolla itti awwaalamu akka qotatu taasifameera. Wareegamni isaallee kan kabajaa hin arganne ture. Maqaa shiftummaa itti maxxansuun hidhaanii erga reebichaan baayyee dararanii booda achii ba'uun osoo hin turiin sababuma reebichaa sanaan boqote!π’
Kan nama gubu awwaalcha isaallee namni sodaatee, namni afur qofti dhoksaan awwaalan. Kun hunduu dhaloota har'aa nuun bocuuf aarsa inni kaffaledha!π₯
Nama hangaa dhalootichaaf hojjete hin faarfamne! ππ₯
flowe me
Lencho Habtamu