Abdii Dhalootaa pg

Abdii Dhalootaa pg Nothing is permanent except change

“Itti himne yoo dhageesse, itti kennine yoo olkeessee waan dhufu hin beekanii saree tana akaayii barsiisaa”
04/03/2026

“Itti himne yoo dhageesse, itti kennine yoo olkeessee waan dhufu hin beekanii saree tana akaayii barsiisaa”

 ‎ ‎  ‎Baga gammaddan ‎Guyyaan qormaata bahiinsaa kan yuunivarsiitii Bule horaa jedhee ture dhugaadha.‎Akka ragaan argan...
28/01/2026




‎Baga gammaddan
‎Guyyaan qormaata bahiinsaa kan yuunivarsiitii Bule horaa jedhee ture dhugaadha.
‎Akka ragaan arganne ibsutti xalayyaan gaafa 19/05/2018 yuunivarsiitotaaf ergamee jira. Innis akka ibsutti guyyaan qormaata bahiinsaa gaafa guyyaa 16-27/6/2018 tahuun beekamee jira.
‎Baga gammaddan.
Tokkummaan keenya humna keenya.
Barattootni nuffii tokko malee qabsoo 'Text/Message'n ministeera barnootaaf qaama dhimmi isaa ilaallatu hunda dhiphisuu keessatti hirmaannaa gochaa turtan heddu galatoomaa.
Amma gaaffii keessaniif qabsoo taasisaa turtaniif deebiin nuuf deebi'eera.
Ammagaa dubbisa itti mudduun dirqama barataa hundaati❤❤❤
Galatoomaa..........
‎የ2018 ዓ.ም አጋማሽ ዓመት የመውጫ ፈተና (Exit Exam) ከየካቲት 16-27/2018 ዓ.ም ይሰጣል።

‎የቅድመ ምረቃ ፕሮግራም (Degree) የመውጫ ፈተና ከየካቲት 16 ቀን 2018 ዓ.ም ጀምሮ እንደሚሰጥ ትምህርት ሚኒስቴር ትናንት ጥር 19/2018 ዓ.ም ለከፍተኛ ትምህርት ተቋማት በላከው መረጃ ገልጿል።
‎እንኳን ደስ አሎት

25/01/2026

Fuul-durri keenya ifa

19/12/2025

Araarrikee Baay'ee dha

02/10/2025

𝑮𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒕𝒂'𝒆𝒆 𝒉𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒖

19/09/2025

ㄩ 山|ㄥㄥ 丂ㄩ匚匚乇乇D̽ |几 ㄥ|千乇

12/09/2025

Boriif hin yaadda'iinaa Kan nuuf yaadu   jira
18/08/2025

Boriif hin yaadda'iinaa
Kan nuuf yaadu jira

30/07/2025

Akkamittiin akka goote
Hundumasaa situ beeka
Uumamuu kootiin dursitee
Atiyyuu naaf qabda akeeka

Address

Nekemt
Welega

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Dhalootaa pg posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdii Dhalootaa pg:

Share