Sabafan oromo

Sabafan oromo Namnii seenassa hin beekne bishaan gabatee irraatti gara argee jallata

09/03/2025

AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA (7)

1. Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.

2. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.

3. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu.

4. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku.

5. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu.

6. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni, dhiphinni fi rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.

7. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.

********************
Mo'atoo isin haa taasisu rabbi!

04/12/2022

yáa waaqayyoo Attii kanaa ilaalii waan Jennuu dhabnee

29/10/2022

Namaa kayyoo ta'ii

Namaa murtoo garaa kuttessa ta'ii  Hin ta'iin Walalammi
28/10/2022

Namaa murtoo garaa kuttessa ta'ii
Hin ta'iin Walalammi

Address

London

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabafan oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sabafan oromo:

Share

Category