Jimmaa Love

Jimmaa Love Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jimmaa Love, Photographer, Mak Mandin, Pulau Pinang.

08/08/2023

Hojiiwwan torba kan eegatee biraa deemtee sifayyadu qabrii keessatti
Ergaman rabbi sww
Akkana jedhan
Gosoota hojii keessa 7 meendaan isii siif deemte yoo duute illee
1. Nama beekumsa rabbi isaaf kenne barsiisu
2. Nama bishaan baase akka namni dhuguuf
3 kan eela/bi'irii qote
4 nama muka firiin isaa nyaatamu tamira dhaabe
5 kan masjiida rabbi ijaare
6 ammas nama kitaaba rabbi Qur'aana haa ta'u bitee namaaf kenne haala dandaheen
Ykn dhaalchise
7
Torbaffaan immo nama ilmaan ofii tarbiyaa ykn guddisa islaamaatti guddisee kan khayrii isaaf dalagu duhaahi haa ta'u

Bakki irraa fudhe
sahiiha jaami'i 3602
Ykn sahiiha ttargiib 2600

Kun hunduu yooti jiraattes yoo duutes sifayyaddi

Nabi Mohammed s.a.w irratti salawaata busaa shere godhi hiriyaa ketifis wan kana

27/02/2023

Address

Mak Mandin
Pulau Pinang

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jimmaa Love posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category