Carcar Press

💄Tottenham haala kanaan yoo itti fufee  championship keessa galuun isaa hin hafuu
12/04/2026

💄Tottenham haala kanaan yoo itti fufee championship keessa galuun isaa hin hafuu

Hiriira Manchester city 12:30
12/04/2026

Hiriira Manchester city 12:30

Hiriira chelsea
12/04/2026

Hiriira chelsea

12/04/2026

📍 Stamford Bridge

STAMFORD BRIDGE Taphaaf qophiidhaa!!!    who is the winner????
12/04/2026

STAMFORD BRIDGE Taphaaf qophiidhaa!!! who is the winner????

💄Leicester cityn: kilabni 2015- 16 waanca premier league injifatee championship keessa gara league one gad bu'ufi..........
12/04/2026

💄Leicester cityn: kilabni 2015- 16 waanca premier league injifatee championship keessa gara league one gad bu'ufi........... AJAAIBAA😄

GAAFFII BADHAASA(AWARD)                               Tapha jabaa torbee kana chelsea vs Manchester city jiddutti gaagge...
12/04/2026

GAAFFII BADHAASA(AWARD) Tapha jabaa torbee kana chelsea vs Manchester city jiddutti gaaggeeffamu sababeeffachun nama tilmaama sirri argateef kaardi 50 badhaasuf qophofne jirra amma irra Eegalun hanga sa'a 12:30 tilmaamau ni dandeessu Ulaagale badhaas 1 page kana follow godhu qabdu 2 akkasumas posti kana share taasisu qabdu 3 comment edit gochuun hin danda'amu............. YAADACHIISA: Amanumma keenya hin sodaatin abba carra kan ta'e isinitti ni agarsiifna

Ashamaa harka fuune akkam jirtu hordoftoota fi jaalatamtoota page keenya akkuma isin beeytan kana dura page'n kun odeeff...
12/04/2026

Ashamaa harka fuune akkam jirtu hordoftoota fi jaalatamtoota page keenya akkuma isin beeytan kana dura page'n kun odeeffanno adda addaa isin biran gahaa turuun isaa ni yaadatama! kana booda garuu taate dhuunfa(special) godhuu waan barbaannef odeeffannoole ispoorti,taate kubbaa miila,gurgurta taphattoota,akkasumas taate guyyu wa'ee ispoortitin walqunnamsiifne kan isinif dhiiheessinu ta'a galatoomaa

💄Kylian Mbappen shaakala har'a irratti hin argamne sababa miidhan xiqqon tapha Girona booda isa mudatteen            YAA...
12/04/2026

💄Kylian Mbappen shaakala har'a irratti hin argamne sababa miidhan xiqqon tapha Girona booda isa mudatteen YAADACHIISA:: bayern munich wajji roobi tapha qaban!!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Carcar Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Carcar Press:

Share