Musxafaa kan Hassan

  • Home
  • Musxafaa kan Hassan

Musxafaa kan Hassan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Musxafaa kan Hassan, Photographer, bethal, .

01/04/2026

Amuma Hulaa carraa teeti siif habanu ilaahin!!!

Yoo Ani Muslimaa Ofiin Jette Daqiiqaa Tokkoof Dhaabbadhu Harka Kee Bareedaa Khanaan Rassuula۩ﷺ۩Khenya Bareedaa Irratti S...
01/04/2026

Yoo Ani Muslimaa Ofiin Jette Daqiiqaa Tokkoof Dhaabbadhu Harka Kee Bareedaa Khanaan Rassuula۩ﷺ۩Khenya Bareedaa Irratti Salawaata Buusi Darbi🤍❤️‍🩹✍️
🤍🙏
Namni Postiin Khenya Bira Gahe
🙏
Akkawanti Haara Follow Godha
Hamza Amin Namaan akkaan jaaladhu
Qilleensi Nasrii Bubbise Page Hordofa✍️
🫶
follow godhaa

Rabbii jedhaa laalaa kaa mee😢🙆🏽‍♂️ Lammiilee biyya Falasxiin kuma 10 ol Akka duutu itti murteessan Akka gartan kanatti I...
01/04/2026

Rabbii jedhaa laalaa kaa mee😢🙆🏽‍♂️ Lammiilee biyya Falasxiin kuma 10 ol Akka duutu itti murteessan
Akka gartan kanatti Ifaan fixaa jiran

Biyyi Arabaa tokko gad baatee waan kana irratti Hin dubbane Haga ammaa🙆🏽‍♂️🤔

Ummata zaalima kanaatu Iraaaan irra Nuuf wayaadha Warri jechaa ture arra Eessa jirta mee
Sheikootiin teenya ta Oromoo takka faan 😎

Ameer@kaa fi Uzraeeltu akkana godhaa jira gaa

Kanaafiin iraaaan goosh jechaa jira bar an👌

Hiryaa Jechuun Maali beektaa? ~~~~1. Nama Iccitii kee siif eegu2. Nama Ayibii(Hanqina) kee siif dhoksu.3. Nama cimina ke...
01/04/2026

Hiryaa Jechuun Maali beektaa?
~~~~

1. Nama Iccitii kee siif eegu
2. Nama Ayibii(Hanqina) kee siif dhoksu.
3. Nama cimina kee Siif facaasu
4. Nama Bakka Rakkoo hundatti siwaliin dhaabbatu
5. Nama Bakka gammachuu hundatti dursa siif kennu
6. Nama Fira kee firoomfatee diinakee diinomfatu
7. Nama Siif Obsu irra siif darbu
8. Nama Gaddi kee Isa gaddisiisufii Gammachuun kee Isa gammachiisuudha.
9. Nama goonkuma dabarsee diinaaf ykn nama Sinjibbuuf sinkennine.
10. Nama siif Laphee baatu( Nikuftaa jedhee siif Sodaatu), Rabbiin siif kadhatu
11. Nama faayidaa dhuunfaa isaatiif sittin jijjiiramne.

Kanaan Alatti hiryaa hinjedhamu namni waan waliin ooleef Walbeeka ykn wajjin hojjata jedhama malee. Ani hiryoota danuun qaba jedha namni dhuguma danuudhaa hiryoonnibkee? Mee sakatta'ii, ykn qormaata wayii kenniifii meeqa akka ta'e bartaa.

Yaa Rabbi nuuf buusi Obbolaa akkasii nuuf baayyisi.

Hiryaa akkasii Meeeqa Qabda Osoo lakkooftee?

Baaqiyaatus-Saalihaat: Haftee gaggaarii...Addunyaa tana irratti waan hundi bakkaa deemti.qabeenyi, Aangoon, darbees yaad...
26/03/2026

Baaqiyaatus-Saalihaat: Haftee gaggaarii...

Addunyaa tana irratti waan hundi bakkaa deemti.
qabeenyi, Aangoon, darbees yaadannoon hundi yeroo waliin ni bada.
Garuu dalagaan gaariin yoomiyyuu hin dhabaman, yeroon hamma fedhe yoo darbees Rabbii biratti siif kuufamu... Isaanis "Baaqiyaatus-Saalihaat" (Hojiiwwan gaggaarii haftoo) jedhamu.
Rabbii ol ta'e (S.W) akkana jedha:

﴿الْمَالُ وَالْبَنُونَ زِينَةُ الْحَيَاةِ الدُّنْيَا ۖ وَالْبَاقِيَاتُ الصَّالِحَاتُ خَيْرٌ عِندَ رَبِّكَ ثَوَابًا وَخَيْرٌ أَمَلًا﴾
"Qabeenyaa fi ilmaan miidhagina jireenya addunyaati; hojiiwwan gaggaarii haftoon (Baaqiyaatus-Saalihaat) immoo mindaa irratti Rabbii kee biratti caalaa dha, abdii irrattis caalaa dha." 📖 (Suurat Al-Kahf: 46)

Ammas akkana jedha:

﴿وَالْبَاقِيَاتُ الصَّالِحَاتُ خَيْرٌ عِندَ رَبِّكَ ثَوَابًا وَخَيْرٌ مَرَدًّا﴾
"Hojiiwwan gaggaarii haftoon mindaa irratti Rabbii kee biratti caalaa dha, deebii irrattis caalaa dha." 📖 (Suurat Maryam: 76)

Isaan kun jechoota salphaa nuti dubbannu, garuu mindaan isaa Rabbii biratti qaban ulfaatoo dha. Isaanis:
• Subhaanallaah
• Alhamdulillaah
• Laa ilaaha illallaah
• Allaahu Akbar
• Astaghfirullaah
• Laa hawla walaa quwwata illaa billaah
• Subhaanallaahi wabihamdih
• Subhaanallaahil Aziim

Nabiyyiin keenya ﷺ akkana jedhan:

"Ani 'Subhaanallaah, Alhamdulillaah, Laa ilaaha illallaah, Allaahu Akbar' jechuun koo, waan aduun irratti baate (addunyaa) hunda irra natti jaallatamaa dha." 📚 (Muslimtu gabaase)

Faayidaa Baaqiyaatus-Saalihaat:
• Miizaana guyyaa qiyaamaati siif guutti.
• Dilii sirraa haqxi.
• Sadarkaa namaa ol kaasti.
• Du'a boodas siif hafti.
🌙 Yeroo hunda arraba kee zikirii Rabbiitiin jiisi:
Karaa deemaa, hojii gidduutti, rafuun dura, akkasumas salaata booda...

Jechuma salphaa dhugaan dubbatamu tokkotu, sadarkaa ati hin yaadinitti Rabbii biratti si ol kaasa.

Ergaa dubbiftee katee ergamaa Rabbii iirraattii salawataa busii sallallaahu alehyii wasalaam ♥️
sahibaan kettii biraan gahii

Sallallaahu alehyii wasalaam ♥️
26/03/2026

Sallallaahu alehyii wasalaam ♥️

26/03/2026

Nama Salawaata Tokko Narratti Buuse Rabbiin Kudhan Isarratti Buusa Jedhan Rasuulli ﷺ

18/03/2026

F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

18/03/2026

Listening 🎶 👂

18/03/2026

Address

Bethal

2310

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Musxafaa kan Hassan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Photography Service?

Share