Goha page

Goha page Attitude

28/08/2022

Wanta nama gadisiisu lammiileen keenya Sudan darara gudda keessa jira bifa kanan kashaan (polisiin) gurtee mana hidhatti ol darbaa jirtii.😭😭

Kopaa ta'uu fi kopummaan,Garaagarummaa ni qabuu?Akkamitti?Mee comment jalatti yaada keessan waliif qoodaa.
05/08/2022

Kopaa ta'uu fi kopummaan,
Garaagarummaa ni qabuu?
Akkamitti?

Mee comment jalatti yaada keessan waliif qoodaa.

Guyyaan har'aa kun guyyoota jiran hunda irra fokkotaa ykn bareedaa ta'uu isaa hin beeku, Garuu wantin sif Dhugoomsu tokk...
30/07/2022

Guyyaan har'aa kun guyyoota jiran hunda irra fokkotaa ykn bareedaa ta'uu isaa hin beeku,
Garuu wantin sif Dhugoomsu tokko yoo jiraate HAR'A qofa qabaachu keeti

zarē bet’ami met’ifowi weyimi bet’ami yemīyamiri k’eni inidehone ālawik’imi ፣
gini laregagit’ilihi yemichilewi ānidi negeri kale zarē yalehi b***a newi።

I don't know if today is the worst or the most beautiful day,
But if there is one thing I can prove to you, it is that you only have it TODAY.

Yeroo dadhabde boqonnaa fudhadhu malee deemsa kee akkana jattee hin dhaabin hanga bakka yaadde geessutti.Jireenya kana k...
10/07/2022

Yeroo dadhabde boqonnaa fudhadhu malee deemsa kee akkana jattee hin dhaabin hanga bakka yaadde geessutti.

Jireenya kana keessatti bu'aa ba'iin lubbuu si hin baafne ( ajjeefne) hundi suma jabeessiti.

Madaan akka si fayyitu yoo barbaadde tuttuqaa hin oolin. Good morning millionaires

Eida Mubarak hundii keesaanuuu 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 Hordoftooni amanta musilima kan  taatanii all friends
09/07/2022

Eida Mubarak hundii keesaanuuu 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏 Hordoftooni amanta musilima kan taatanii all friends

Welisa     sirba harawa         jedhu nuuf qindeesse dhufaa jira nagaan nuf koottu jennaan oromoo welisan sagalee umatat...
09/07/2022

Welisa sirba harawa jedhu nuuf qindeesse dhufaa jira nagaan nuf koottu jennaan oromoo welisan sagalee umatatti welisa ofii jabefachuun of jabeessuudha kanaf welisa qaxalee kichuu kana yaa jabeefanu like share gochun obsaan egadha. Welcome to our new music abeba takka.

waan Irra daddeebin guyyurraa godhuu amaleeffatte takka hanga jijjiirtutti, jiruu tee keessatti jijjiirama hin eegin, hi...
04/07/2022

waan Irra daddeebin guyyurraa godhuu amaleeffatte takka hanga jijjiirtutti, jiruu tee keessatti jijjiirama hin eegin, hin agartuuti!.
iccitiin milkaa'ina keetii ida'ama gochoota ati guyya guyyaan gootu keessatti argama.

Good morning millionaires

Good morning millionaires? Waggaa hedduu jiraatte jechuun ati nama bilchaatadha jechuu miti. Bilchaatinni kan dhufu bu'a...
03/07/2022

Good morning millionaires? Waggaa hedduu jiraatte jechuun ati nama bilchaatadha jechuu miti. Bilchaatinni kan dhufu bu'aa ba'ii jireenya ofiiti fi namoota biroo irraa sammuu banaa ta'een muuxannoo argamu malee, umuriin lakkoofsuma qofa.

CONGRATULATIONS MY BROTHER AMEZING I'M VERY HAPPY BAGA GAMADE SANYII LEENCA GOOTA KOO
02/07/2022

CONGRATULATIONS MY BROTHER AMEZING I'M VERY HAPPY BAGA GAMADE SANYII LEENCA GOOTA KOO

Address

Dubai

Telephone

+249115236062

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Goha page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Goha page:

Share

Category