09/08/2026
🇰🇪🤣Ruto warri Burundi jaarsa keenyaa nurraa hin ariyin;-Dubartii keeniyaa
Dubartiin keeniyaa tun mootummaan akka baqattoota hin ariiine gaafatte. Akka isheen jattutti amma warra baqate irraa dubartoonni baay'een ilmaan qabu kanaaf yoo baqattoonni keeniyaa irraa deeman ilmaan kophaa guddisuu keenya nuus jaarsa malee hafaa jirraa jetteetti. Yaaddeetta dubartiin keeniyaa dhiira baqateef bakka guddaa qabu.