Sheger Pictures

Sheger Pictures Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sheger Pictures, Photographer, Burayu, Addis Ababa.

We tell real Ethiopian stories through films, weddings, and documentaries.
📍 Addis Ababa, Ethiopia | 🎬 Subscribe for weekly new videos!
📧 [email protected]
www.youtube.com/
Telegram
0920582940
0909779353

  ❤️‍🔥 Sheger Pictures 📸 ✍️ Barreessaa: Milkesa Debel📅 Guyyaa: 24/12/2018⏰ Sa’aatii: Waaree booda, sa’aatii 6:00 irraa e...
19/08/2026

❤️‍🔥
Sheger Pictures 📸
✍️ Barreessaa: Milkesa Debel
📅 Guyyaa: 24/12/2018
⏰ Sa’aatii: Waaree booda, sa’aatii 6:00 irraa eegalee
📍 Bakka: Birbirsa Gooroo, Galma Adwaa 00
Hundi keessan affeeramtaniittu!
Eebba kitaabaa kana irratti wal haa arginu.😊✌

Ammas carraa addaa namoota Paaspoortii haaraa baafachuu barbaaddan hundaaf. Akkuma beekamu kanan dura dhaabbanni immigra...
18/08/2026

Ammas carraa addaa namoota Paaspoortii haaraa baafachuu barbaaddan hundaaf.

Akkuma beekamu kanan dura dhaabbanni immigration Itoophiyaa tajaajila Paaspoortii haaraa kan idilee ji'a 5 fi 6 gidduutti beelamaa turun isaa ni yaadatama haa ta'u malee yeroo amma kana E-Paaspoortii(paaspoortii haaraa) kanaan dura ariifachiisaa qofaan kennaa ture amma bifa Idilee(normal) tiin gara ji'a tokko gidduutti kennuu jalqabee waan jiruuf namoonni galmaa'u barbaaddan karaa toora miidiyaa hawaasaa keenyaafi karaa bilbila keenya
092 058 2940
0909779353
nu qunnamuu dandeessu.

Hubachiisa:- Qaamaan yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa kan Ganda keessaniif waraqaa ragaa dhaloota fi National ID keessan qabattanii akka dhuftan isin beeksisna!

Telegram 👇
https://t.me/Shegerpictures

Goobee fi Shinooyyee — Yaadannoo Yeroo Dheeraa 📸Waggaa sadiin darban keessatti, Sheger Pictures Sheger Pictures Goobee f...
18/08/2026

Goobee fi Shinooyyee — Yaadannoo Yeroo Dheeraa 📸

Waggaa sadiin darban keessatti, Sheger Pictures Sheger Pictures Goobee fi Shinooyyee keessatti suuraalee hedduu kaasee, seenaa, aadaa fi miidhagina naannichaa suuraan galmeessaa ture.

Suuraan tokko yeroo qofa hin qabatu; yeroo, seenaa fi yaadannoo dhalootaaf tursiisa. 📸

Amma immoo suuraalee yeroo darbe kaafne keessaa muraasa, yaadannoo gaarii isin waliin qoodna.

Sheger Pictures� — Yeroo gara Yaadannootti jijjiirra. ❤️📷

  ✍️ Barreessaa: Milkesa Debel  📅 Guyyaa: 24/12/2018⏰ Sa’aatii: Waaree booda, sa’aatii 6:00 irraa eegalee📍 Bakka: Birbir...
18/08/2026


✍️ Barreessaa: Milkesa Debel
📅 Guyyaa: 24/12/2018
⏰ Sa’aatii: Waaree booda, sa’aatii 6:00 irraa eegalee
📍 Bakka: Birbirsa Gooroo, Galma Adwaa 00
Hundi keessan affeeramtaniittu!
Eebba kitaabaa kana irratti wal haa arginu.😊✌

17/08/2026

XALAYAAKOO!
Kitaaba haaraa Barreessaa Milkesa Debel
Seenaa nama tokkoo dubbisuun yeroo tokko tokko kitaaba dubbisuu caalaa nama tuqa. Milkeessaa Dabal, yeroo diddaa gabrummaa Oromoo keessatti miila isaa dhabee, gidiraa fi qormaata hedduu keessa darbe. Garuu rakkoon jireenyaa abjuu isaa fi barnoota isaa akka dhaabu hin goone.
Qormaata ulfaataa sana keessa darbuun, barnoota isaa itti fufsiisee hanga Master’s Degree ga’utti ciche. Har’as muuxannoo jireenyaa fi waan keessa darbe irraa ka’uun, hojii ogbarruu Oromoo keessatti qooda isaa bahachuuf kitaaba isaa “XalayaaKoo!” jedhuun nu bira ga’eera.

XalayaaKoo! kitaaba qofa miti. Bu’aa cichoominaa, obsaa fi abdii nama rakkoo hedduu keessa darbee kaayyoo isaa irraa hin deebineeti. Kanaaf, eebba kitaabaa kana irratti argamuun, kitaabicha bituun fi barreessaa isaa deeggaruun, artii fi ogbarruu Oromoo guddisuu qofa osoo hin taane, dargaggeessa gidiraa hedduu keessa darbee sadarkaa kana ga’e kana bira dhaabbachuudha.

✍️ Barreessaa: Milkeessaa Dabal
📅 Guyyaa: 24/12/2018
⏰ Sa’aatii: Waaree booda, sa’aatii 6:00 irraa eegalee
📍 Bakka: Birbirsa Gooroo, Galma Adwaa 00
Hundi keessan affeeramtaniittu!
Eebba kitaabaa kana irratti wal haa arginu.😊✌

 !📖 “XalayaaKoo!” — kitaaba haaraa Barreessaa  DebelSeenaa cichoominaa, obsaa fi abdii nama qormaata hedduu keessa darbe...
17/08/2026

!
📖 “XalayaaKoo!” — kitaaba haaraa Barreessaa Debel

Seenaa cichoominaa, obsaa fi abdii nama qormaata hedduu keessa darbee kaayyoo isaa irraa hin deebine. Milkeessaan rakkoo fi gidiraa keessa darbee barnoota isaa itti fufsiisuun hanga Master’s Degree ga’eera. Har’as muuxannoo jireenyaa isaa ogbarruu Oromoo keessatti qooduuf kitaaba isaa “XalayaaKoo!” jedhuun nu bira ga’eera.

Kitaabni kun bu’aa cichoominaa, abdii fi kutannoo ti. Eebba kitaabaa irratti argamuun, kitaabicha bituun fi barreessaa keenya deeggaruun ogbarruu Oromoo guddisuuf gahee keenya haa baanu.

✍️ Barreessaa: Milkeessaa Dabal
📅 Guyyaa: 24/12/2018
⏰ Sa’aatii: Waaree booda 6:00 irraa eegalee
📍 Bakka: Birbirsa Gooroo, Galma Adwaa 00

Hundi keessan affeeramtaniittu!
📚 Eebba kitaabaa irratti wal haa arginu.

17/08/2026

Sochii Isportii – Buraayyuu 🏃‍♂️

Sochii ispoortii fi fayyaa hawaasaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Buraayyuu keessatti gaggeeffame.

Dr. Tashoome Addunyaa fi hoggantoonni hedduun hawaasa waliin hirmaachuun, fayyaa, tokkummaa fi sochii qaamaa cimsan.

🎥 Viidiyoo sagantichaa: Sheger Pictures Studio

17/08/2026

Sport
Sheger Pictures 📸
Buraayyuu 🥰

16/08/2026

Sheger Pictures 📸
Buraayyuu ❤️‍🔥

Aadaa fi Bareedina Oromoo ❤️Beauty in Tradition SHEGER PICTURES | Photography • Video • MediaTeesson. Ashawaa meedaa Yet...
10/08/2026

Aadaa fi Bareedina Oromoo ❤️
Beauty in Tradition

SHEGER PICTURES | Photography • Video • Media
Teesson. Ashawaa meedaa Yetabaabbaruu maadiyaa fuul-duraatti argamna.

Address

Burayu
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sheger Pictures posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category