Elelle s Kings

Elelle s Kings Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Elelle s Kings, Photographer, Addis Ababa.

25/06/2026

Haala hunda keessattuu qaalii rabbii gootee rabbiif ajajamuun guddina malee xiqqeenyaa miti,☝☪️

🔘Masjiidni   masjiida seena qabeessaa fii kabajamaa ganda Makkaa, lafa Waadii Arafaa keessatti argamudha. 👉Masjiidni kun...
28/05/2026

🔘Masjiidni masjiida seena qabeessaa fii kabajamaa ganda Makkaa, lafa Waadii Arafaa keessatti argamudha.
👉Masjiidni kun waggatti guyyaa tokko qofa keessatti Salaatama.
🔘Masjiidni kun bakka Nabiyyiin keenya Muhammad (S.A.W) Hajjatal-Wadaa'ii (Khuxbaa Dhaammannaa) itti dubbatanidha. 🔘Khuxbaan sun bu'uura haqaa, qixxummaa fii kabaja dhiigaa, qabeenyaa fii Kabaja/sharafa dhala namaa kan mirkaneesseedha.
Bakka kanatti boqonnaan qur'aanaa, "Har'a diinii keessan isiniif guutee jira..." (Al-Maa'idah: 3) irratti jedhu bu'e.
🔘Masjiidni kun waggaa keessatti guyyaa Zul-Hijjaa 9 (Guyyaa Arafaa) qofa banama. Guyyaa kana hogga takkatti Huiiaajota kuma dhibba afur (400,000) ol ta'an Bakka takkatti salaata Zuhrii fii Asrii walitti qabanii fii gabaabsuun (Jam'aan fi Qasrii godhuun) keessatti salaatu.
🔘Gariin Masjiidichaa kanaa daangaa Arafaa keessa, gariin immoo daangaa Arafaan ala jira hubadhaa, Hujjaajonni yeroo salaataa booda daangaa Arafaa keessa jiraachuu isaanii mirkaneeffachuu qabu.
🔘Yeroon dhaabbannaa Arafaa (Wuquuf) daangaa sirrii keessatti ta'uun dirqama.

Rabbiin Hajjii Waggaa hundaa nutti haa fidu, dhaabbannaa Arafaa fii salaata Masjiida Namiraas nuhaa badhaasu!

Mucan kun maqaan isa   mahamad jedhama Mucan kun nama lafa mit Leencca namaati hanbbassa
13/05/2026

Mucan kun maqaan isa mahamad jedhama Mucan kun nama lafa mit Leencca namaati hanbbassa

15/02/2026

لا إله إلاّ أنت سبحانك إني كنت من الظالمين

Address

Addis Ababa

Telephone

+251944326637

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Elelle s Kings posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category