Qaroomina Diddanii

Qaroomina Diddanii Enyuummaa koo dhugaa asii baruu hin dandeessuu 😘 the team Of the clubs

17/03/2026
15/11/2025

Dhuguma itti hin qaanoftu yoo ta'e "Yesuus Gooftaadha" jedhii darbi✅️‼️

02/11/2025

Itti hin qaanoftu taanaan
"WANGEELLI HUMNA QABA " jedhii darbi!

02/11/2025

‼️

Har'a Dilbata Waldaa deemi hin hafiin dhimmi kee harka Waaqayyoon siif hojjetama!🏃🏃‍♀️

07/09/2025

Yaaddoon Tokko eebba kuma akka si dagachiisuu hin godhiin.

07/09/2025

Hiikni jireenyaa kennaa kee argachuudha. Kaayyoon jireenyaa dabarsanii kennuudha.

04/09/2025

Hedaa namni namaan ni jijjiirama!🤔

04/09/2025

Namni ati hin jaallanne tokko Akka sirraa fagaatu yoo barbaadde liqii qarshii gaafadhu Innuu ofii si baqata😁

04/09/2025

Waantota baayyee filmii irraatti argaa guddanne har'a qabatamaan argaa jirra. Keessumaa du'a namaa Fi gara jabummaa ilma namaa😭😭

28/08/2025

Warri Mandara Bunaatti
Maqaa Kee Hamiin
Nyaatan Dhiyootti Galataaf Mana Keetti Haa Yaa'ani🤚

Address

Addis Ababa

Telephone

+251947105312

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qaroomina Diddanii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category