Oromia Photography

Oromia Photography This page is about sharing relevant information for the needs across the globe

31/10/2024

'Mucaa koo naduraa "gudeedamte", mana namaarra deemee hojjedheen guddifadhe, ani carraan jiruu an keessa jiru sirraa hin gahin jedhee utuun dhama'uufii balaa kanarra buute' Haadha Mucaa Waggaa 15 Naqamtetti gudeedamuun himame VOA'f yoo dubbatan.

Culture
16/10/2024

Culture

The festive is around,
02/10/2024

The festive is around,

20/09/2024

'Unkuruura kiy, si fudhe unguluula'

Via her Oftana chuko, Biphtu Shumet vows to avail endemic Oromo cuisine to city's supermarkets'
03/09/2024

Via her Oftana chuko, Biphtu Shumet vows to avail endemic Oromo cuisine to city's supermarkets'

20/08/2024

'Poolisiin magaalaa Nairobi namoota utuu karaarratti fincaanan qabe jedhe mana reeffaa miiccisiise'

13/08/2024

'Nyaarri Waraabessaa Maan Fayyada?'

Akka tasaa ta'ee magaalaan jiraadhu waraabessatu itti baayyata. Waqtiin ganna waan ta'eef gidduu kana waraaboon kun (kora) Gaa*a hamaarra jira. Dhiyeenya kana waraabessi korarratti wal obsuu dhabe kun wal hadhee tokko keessaa du'e karra keenya afootti. Ganama hoo kaanu reeffa isaa ilaallaan nyaarri waraabessaa gogaa adda isaa waliin kaafameera. Maan jennaan 'Nyaara Waraabessati' deebii jedhu qofa arganne. ያው Waraabessa baasnee ganneerra, nyaarati ollaa keessaa bakka takkatti nu hafe male.

Real Story

13/08/2024

'Kooriyaan Kibbaa qodaa gareen Olimpikii biyyattii Paarisii fudhatee biyyatti deebiye, saree foolii gergoo suunfuun sakatta'aa jirti, Maan jennaan yoo 'GERGOO' Paaris fidanii dhufanii ta'an adda baasuufi'

06/08/2024

'Akkamumatti Zayitiin "ija" duraa dhokata jarana?'

29/07/2024

'Qoyyee Faccee,
Koyyee Faccee' kamtu sirrii?

20/07/2024

'Barattoonni kutaa 12 qormaata baranaarratti hagas hin deenye' 😊

👩‍🍼

19/07/2024

'Ethiopian Airlines announce resumption of intra flights within Amhara and Tigray regions'

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Photography posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category