Gospel Musician iyu

Gospel Musician iyu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gospel Musician iyu, Photographer, Addis Ababa.

25/08/2026

Dhugaa baayyee nama gaddisiisa namni gargaaramuu qabu nama akkasiiti namni namummaan dhugaa keessa jiru nama kana hamma dandeessaniin gargaaraa.😭

25/08/2026

SOBDUU
Adunyaan kun sobduu.!✅️

24/08/2026

Dhakaan guddaan karaa kee irratti kufe hundi gufuu miti; yoo irratti olbaate tarkaanfii itti aanuuf riqicha siif ta'a!

20/08/2026

Gorsa koo dhaggeeffadhaa! Kunoo, ani hafuura koo isiniif nan dhangalaasa, dubbii koos akka beektan nan godha
Macaafa fakeenya 1:23

Naman baayyee jaaladhuuf kabaju nama hubataa eebbifama The worker of the gospel H/W/TESFAYENormal photoNato Yadeta
17/08/2026

Naman baayyee jaaladhuuf kabaju nama hubataa eebbifama
The worker of the gospel
H/W/TESFAYENormal photo
Nato Yadeta

14/08/2026

MOOTII
Araaraa yesuus.!

12/08/2026

Ceessisakoo riqichakoo bososeen
cabne.!
Inheritance

11/08/2026

Tiksee gaarii yesuus .!
Inheritance

10/08/2026

Gammachuukee
nama biraa irratti hin hirkisiin😁
Inheritance

Welcome Biddeen jireenyaaBrother amayyuu ayyaanni siif ha baayyatu
07/08/2026

Welcome
Biddeen jireenyaa
Brother amayyuu ayyaanni siif ha baayyatu

Address

Addis Ababa
HTTPS://WWW.TIKTOK.COM/@EYU5023?_R=1&_T=ZS-97LCYEU0K5E

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel Musician iyu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category