Oromia Daily

Oromia Daily Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Daily, Addis Ababa.

08/09/2026

Sirna gaggeessaa Awaalcha Artisti Ilfinash Qannoo
የአርቲስት እልፍነሽ ቀኖ ሽኝት

Artist Ilfinesh Qannoo, "Gaafan du'e Ambootti na awwaalaa" jettee dhaammatte. Uummanni kunoo akkasitti dacha'ee kabajaa ...
08/09/2026

Artist Ilfinesh Qannoo, "Gaafan du'e Ambootti na awwaalaa" jettee dhaammatte.

Uummanni kunoo akkasitti dacha'ee kabajaa guddaafi jaalala olaanaadhaan geggeessaa dhumaa taasiseef!

Galatoomi Amboo

07/09/2026

Shinooyyee

Akkumma dhaammattetti dhaamoo isheef ilmaan ishee Awwataniiru.Sirni Awwalcha Artist Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti Gu...
07/09/2026

Akkumma dhaammattetti dhaamoo isheef ilmaan ishee Awwataniiru.

Sirni Awwalcha Artist Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti Guyyaa borii (Facaasaa 03-13-2018ALH)ti ni geggeffama

Koreen Sirna geggeessaa Awalcha Gootittii Artist Ilfinash Qannoo Har’a Hoteela Iskaayi laayititti ibsa miidiyaaf kenneen Sagantaan gaggeessaa Reeffa ishee ‎

Bor sa’aatii 11:00 hanga 12:00 Hospitaala Koriyaarraa gara Mana jireenya isheetti akka geeffamu ibse.

Akka ibsa kennameetti Sa’aatii ‎12:00 hanga 1:00 mana jireenyaasheerraa gara Isteediyemii Finfinneetti gaggeeffama.

Sa’aatii ‎ ‎1:00 hanga 3:00 Istaadiyeemii Finfinneerraa gara magaalaa Ambootti gaggeessaan gootaa akka taasifamuuf koreen sagantichaa ibseera.

Hawaasni Magaalota Oromiyaa Finfinneefi Amboo gidduu jiranis wayita reenfi gootittii isaan biraan darbu bahanii simachuun gaggeessu jedhame.

Artistii Gameettiin Oromoo kun yeroo lubbuun jirtu gaafan addunyaa kanarraa godaanu awwalli koo Amboo naaf haa ta’u jettee akkuma dhaammatteen koreen sirna gaggeessaasheef hundaa’es dhaamooshee kanaan awwalchi ishee Amboo akka ta’u murteesse.

Firoottan, maatii, hiriyootaafi uummata Oromoo maraaf jajjabina hawwa🙏
Lalisa Alemu Birhanu 📝

Sirni Awwaalcha  Artist Ilfinash Qannoo boru Magaalaa Ambootti Akka Raawwatamu Ibsame.
07/09/2026

Sirni Awwaalcha Artist Ilfinash Qannoo boru Magaalaa Ambootti Akka Raawwatamu Ibsame.

28/06/2026

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Daily posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share