Tee beeki

Tee beeki Game

26/02/2025
06/07/2024

💥 vacation time 💥



08/05/2024

Lafa Mukka Sammi fi qamani Waqa cufti ykn hundi maqa rabbitin jirti

08/04/2024

Qeeqa fudhadhu:
Dogoggora keessatti sirrummaatu mul’ata. Karaa badan, karaa baran. Yoo iyyaafattee dhaqxee gala. sidhiba. Yoo karaa badde garuu, rakkoo wajjin wal barta. Rakkoof fala falta. Fala keessa waan beekuuf jirtu rakkina irraa barta. Rakkina sodaachuun fafa. Dogoggorris akkasi. Namni indogoggorre Pilaaneetii sochiin jirurra injiru! Lafa sochiin jiru, lafa namni jiru, lafa hojiin jiruu dogoggorri dhabamsiifamuu indanda'u. Dogoggorri kunis kallattii garaa garaatiin uumamuu danda'a. Isaan keessaa muraasni kanneen asiin gaditti ilaallu ta'a jechuudha.

Address

Game
Deder

Opening Hours

09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tee beeki posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tee beeki:

Share

Category