Tajiir Ajeba

Tajiir Ajeba Fe

26/04/2023
26/04/2023

Murtii ati Addunyaa fi Aakiratti irraa gammaddu
RABBIIN Ji’a kana keessa siif haa murteessu…

26/12/2022

Ya rabbii Allahamdulila
Galanii keeti ya Allah!!
Murteessan suma
Rabbi koo an suman wamadha
Ya allah

Umri dheradha
31/10/2022

Umri dheradha

31/10/2022

Obboleewwan naannoo Aggaaroo jiraattan namni Rabbiin isiniif mirgeesse boru Magalaa Aggaarootti salaata janaazaa Abbaakootiirra naaf dhaabbadha
Abbaa Rabbiin Erraa qeebalu hin beekamu jzk

26/10/2022
01/10/2022

" Dibicha Korma Tahu Haadarratti Beeku "
" Biddeena Nama Quubsu Eelerratti Beeku "

Mucaa Qacalee bareedaa akka callee,yoo dubbatu haasofni isaa collee kana Torbee dabre keessa Ustaaz Sufyaan Usmaan ( Cush Land Sufian Ousman Page ) osoo imalarra jiru Viidiyoo gabaabaa tamsaasa Fbtiin ( Live ) osoo ijoollee walitti qabee dubbisaa jiru,mucaa kana keessaa hayyummaan gadi dhoote.
Gaafii Ustaaz Sufiyaan gaafate keessaa:" Ustaazota keessaa eenyuun jaalatta jennaan? " Ustaaz Raayyaa fi Ustaaz Ibsaa dha " jedhe.

Achumaan ija ummataa keessa bu'e. Biyyoota adda addaa irraa barumsarratti akka cimuuf deeggarsi muraasni godhameef.

Maqaan isaa Muhaffiz Jedhama. Abbaa hin qabu yatiima. Haati isaa humna ittiin barsiiftu hin qabdu. Baale Ganda Diinshoo jiraata.
Namni RABBIIN isiniif laaffise warqii kana humna ta'eefii barumsa qulqullina qabu akka baratuuf harka keessan diriirsaaf.

Karaa Ustaaz Sufyaan Usmaanniin gargaaraa.

RABBIIN ija summii isa ildimtu irraa isa haa baraaru.

Ilma korma addunyaatti baroodu RABBIIN isin haa badhaasu.

Address

Hararge
Harar
0915

Opening Hours

Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 03:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tajiir Ajeba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tajiir Ajeba:

Share

Category