Jaal jibbaa wal tuffii

Jaal jibbaa wal tuffii Hy lovely ❤❤❤ This is my new official page 💛💛Please 🙏🙏🙏 follow as

tap to follows
👇❣️❣️❣️

26/04/2024

،،Jiraachuuf nyaadhu malee nyaachuuf hin jaraatin,,
Set By Aammee Oromiyaa Lij

25/04/2024

،،Dhuguma yoo of jijjiiruuf hawwita ta'e dursa sammuu kee Jijjiiruuf hayyamamaa ta'i !!!,,

 Jaalalaafi meleshaan bakka itti nama qabdu hin beekan 🤪🤪jarri kun maal godhaa jiru?🤔🤔
23/04/2024

Jaalalaafi meleshaan bakka itti nama qabdu hin beekan 🤪🤪jarri kun maal godhaa jiru?🤔🤔

Masjiida Boniyee Yee Shawaa Lijii n ijaarteMaasha Allah jedhaamee
22/04/2024

Masjiida Boniyee Yee Shawaa Lijii n ijaarte
Maasha Allah jedhaamee

22/04/2024

Baaraguun dammaquu miti jedhe Kadir martu

Lukkuun tun mirga 2 dhabde1 hanqaaquu dhaltee of jalaa dhabde.2 ilmaan isii dhabdee boo’icha dhorkamte. kunoo akkasitti ...
21/04/2024

Lukkuun tun mirga 2 dhabde
1 hanqaaquu dhaltee of jalaa dhabde.
2 ilmaan isii dhabdee boo’icha dhorkamte. kunoo akkasitti rarraafamte
Osoo akka kiyyaatii Mirgi lukkuu kanaa
‘’Hakabajamu” silaa kabajamee naan jetti lubbuun

21/04/2024

Hiryaa sobaa mannaa Anuwaar Jimaa Diina dhugaa woyya

  Alhamdu lillaah jirra jechumaafi
17/04/2024

Alhamdu lillaah jirra jechumaafi

Address

Riyadh

Telephone

+251926355264

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaal jibbaa wal tuffii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jaal jibbaa wal tuffii:

Share

Category