27/08/2026
Beeksisa qacarri
=============
SIMO PHOTOGRAPHY garee istuudiyoo keenyatti makamuuf keessummeessituu hawaassettii (firaashii), ogeettii, si'aaytuu, fi itti gaafatamummaa kan fudhattu ni barbaada!
π ULAAGAALEE
β’ Dandeettii wal-qunnamtii fi tajaajila maamilaa olaanaa kan qabdu
β’ Hawaassettii, qindaa'aa kan taate, fi itti gaafatamummaa kan fudhattu
β’ Dandeettii bu'uuraa kompiyuutaraa fi miidiyaa hawaasaa kan qabduyoo taβe filatamaadha! (Dirqama miti)
β’ Beekumsa kaameeraa, suuraa πΈ fi viidiyoo π₯ kan qabduyoo taβe filatamaadha! (Dirqama miti)
β’ Meeshaalee suuraa/viidiyoo fi hojii istuudiyoo irratti hubannoo bu'uuraa kan qabdu
β’ Kanaan dura muuxannoo hojii keessummeessitummaa ykn istuudiyoo suuraa qabaachuun filatamaa dha (faayidaa dabalataa qaba)
Hubachiisa: Iyyattonni shamarran qofa
π ULAAGAA WAABII
β’ Waabii dhiheessuun dirqama.
β’ Waabiin waraqaa eenyummaa mootummaan kenname kan seera qabeessa ta'e kan Finfinnee ykn Shaggar irraa qabaachuu qaba.
β’ Waabiin hojii mootummaa ykn miti-mootummaa seera qabeessa (beekamtii qabu) qabaachuu qaba.
β’ Waabiin yeroo gaafatamutti ragaa eenyummaa fi odeeffannoo hojii sirrii ta'e dhiheessuu danda'uu qaba.
π Teessoo: Buraayyuu Kattaa, Baankii Daldala Itoophiyaa damee Siimachoo, Darbii 1ffaa
π’ SIMO PHOTOGRAPHY
π Qunnamtiif: +251 969 674 040
π© Iyyachuuf: CV (ragaa barnootaa fi hojii) keessan nuuf ergaa ykn kallattiin nu quunnamaa.
Ykn e-mail: [email protected]
Ykn qaamaan: Istuudiyoo Buraayyuu Kattaa, Baankii Daldala Itoophiyaa damee Siimachoo, Darbii 1ffaatti dhihaachuun.
π’ WEβRE HIRING β STUDIO RECEPTIONIST πΈπ₯
SIMO PHOTOGRAPHY is looking for a friendly, professional, energetic, and responsible Receptionist to join our studio team!
π REQUIREMENTS
β’ Excellent communication and customer-service skills
β’ Friendly, organized, and responsible
β’ Basic computer and social media skills
β’ Must have knowledge of cameras, photography πΈ and video π₯
β’ Basic understanding of photo/video equipment and studio work
β’ Previous receptionist or photography studio experience is an advantage
Nb: female applicant only!
π GUARANTOR REQUIREMENT
β’ A guarantor is mandatory.
β’ The guarantor must have a valid government-issued ID from Finfinnee (Addis Ababa) or Shaggar.
β’ The guarantor must have a valid government or non-government job/employment.
β’ The guarantor must be able to provide valid identification and employment information when required.
π Location: Burayyu Kattaa, Simachoo Commercial Bank of Ethiopia, 1st Floor
π’ SIMO PHOTOGRAPHY
π Contact: +251 969 674 040
π© To Apply: Send your CV or contact us directly.
Or [email protected]
Or in person at Studio Burayyu Kattaa, Simachoo Commercial Bank of Ethiopia, 1st Floor
If you are passionate about photography, cameras, video, and customer service, weβd love to hear from you! πΈπ₯β¨